Tulluu Goolee Barroo/ kitaaba isaa “Qabsoon Oromoo eessaa karam” jettu fuula 96 keessatti, Gadaan bara durii jaarraa 10n duraa jalqabee akka bulchiinsa sirna Oromoo ta’aa ture qorannaa geggeesseen addeesseera. Yeroo baay’ee, Gadaa akka sirna bulchiinsaa qofatti fudhachuudhaan, sirna siyaasaa qofa jedhanii namoonni dhiyeessan ni jiru. Haa ta’u malee, garuu akkaataa maanguddoonni haala Gadaa barsiisan jedhanitti, “dhalli Oromoo sochii inni gaafa dhalatee hanga gaafa boqotuutti taasisu, kan Sirna Gadaatii ala ta’e hin jiru.” Bulchiinsa Gadaa kan Dirribii Damusee “Ilaalcha Oromoo” jedhu keessatti barreesse fuula 200 irratti “heeraa fi seerri Oromoon ittiin of bulchaa ture kun kan alagaa biraa ergifatame miti” jechuun qabeenyaa ummati Oromoo ofiin uummatee dhimma itti bahe ta’uu ibsee jira. Itti dabaluuni fuula 201 irratti “Oromoon sirna bulchiinsa sadii 1 Sirna bulchiinsa Dubartii (Haadhaa) Matriarchal society 2 Sirna bulchiinsa Gadaa (Democracy) 3 Sirna bulchiinsa Alagaa (Colony)” dabarsuu isaa barreesseera. Gadaan sadoo ummata Oromoo gamtoomsee, qindeessee hooggana mataa qabuun, jaarmiyaa ijaarsa walaba ta’een, biyya waloo, biyya Oromoo taate ijaaree geggeessaa ture ittis jira. Gadaan Oromoo kan inni ittiin beekamu fi akkasiin waan ijaarameefi. Akka mootummoota goonfoo har’a ummata afrikaa rakkisan utuu hin taane, sadoo jiruu fi jireeynaa namaa, argama Gaanfaa Afrikaa, kennaa har’a sirna hoogganuu fi ijaaruu qaba. ![]() Gadaan mana barnootaa umurii fi hooggana sirna dimokiraasii har’aa irrallee wayyituu dha. Abbabaa Tarrafaa, “Minilik 2ffaa fi Oromiyaa” jedhu keessatti SABBAQA GADAA /LAYERS/akkanaan barreessanii jiran: ADUULA GADAA Aduulli Gadaa koree hoji raawwachiiftuu Gadaa ti. Caffee Biyyaa National Legistature 2. Caffee Gosaa Provincial Legislature 3. Caffee Lammiiti Local Legislature Aduulli Macca biratti kudha lama, Gadaa Tuulamaa keessatti sagal akkasumas Gadaa Booranaa keessatti jaha. ![]() Physical Chemistry Food Chemistry and Biochemistry Books in portable document format pdf leading with a limp take full advantage of your most powerful weakness. Seenaa gootota oromoo modern compressible flow with historical perspective seven sisters novel lucinda riley. Sidhpur and its dawoodi bohra houses - Seenaa gootota oromoo - Dengue multiple choice questions answers - Certification study guide ibm tivoli access manager for e business 6 0 - By larry jeffus welding. Hayyoonni hedduun giddu-galaan, Aduulli Gadaa sagal jedhu kan giddu-galatti fudhachuudhaani. Abbaa Bokkuu/Abbaa Kormaa/ – Gadaa Maccaa keessatti presdent; 2. Abbaa Bokkuu/ Abbaa Kormaa/ – vice presdent; 3. Abbaa Bokkuu/Abbaa Kormaa/ – 2nd vice president; Bokkuun – waadaa qabduun kan ummata hooggana qixaan tajaajiluuf mallattoo itti gaafatamummaa fi mallattoo dursummaa, mallattoo qaama nama guutuu ta’e, kallachas addatti kan hidhatu fi hawaasicha geggeessuuf hawaasichaan kan itti amaname mallattoo guddaa dha. Ecs mcp73vt-pm motherboard manual download. Abbaa Muudaa – Qaalluu ayyaantummaa qabu, ayyaantummaa isaatiin kan raagu, kan fala ummataaf himu, diinni yoo biyya weerare kan waaqayyoon kadhatuuf fi lolaaf yoo ba’an illee ni eebbisa. Abbaa Duulaa – hoogganaa humna waraanaa ti. Tooftaa lolaa kan leenjisu, ga’umsa kan qabu, kan irratti abdatamuu dha. – Abbaa Muudaatiin muudama. Abbaa Loonii – Beenya sochii ummatichaaf oolu, kan sadoo Gadaa, waraanaa fi kkfn qaba. Abbaa Seeraa – Warra seera hojiirra oolchan, seera tumameen murtii gaaddisatti, Abbaa Gadaa fi aduula qaamni isaa ilaalu wajjin murtii kan kennuu dha. Abbaa Alangaa – tumaa caffee hojiitti kan hiiksisanii fi mallattoo alangaa kan harkatti qabatan, seerri akka hin dabne kan eegan, kan tiksan matta’aa malee, haqaan warra seera hojii irra oolchuu dha. Abbaa Caffee – caffee irratti kan to’atu, itti gaafatama kan qabu, bakka walgeetti jilaaf gaafatama kan qabuu dha. Abbaa Caffee akkuma jennu, warra dirreef Abbaa Dirree, Abbaa Malkaa jenna. Abbaa bokkuu sadaffaa kan jennu kana Alamaayyoo Hayilee kitaaba isaanii “Siyaasaa Oromoo Tuulamaa” jedhu keessatti “Abbaa biyyaa” jechuun aduula keessatti ibsaniiru. MARSAA GADAA /The Gadaa grades (stages) Marsaan Gadaa umurii irratti hunda’a. “A/Gadaa Roobalee” the decisive in the Gadaa functional system is the Gadaa stages. The Gadaa stages has ten (10) stages. To pass through the ten Gadaa stages, it takes eighty (80) years.Thhe responsibility to shoulder in each of the Gadaa stage and the lesson to be learned differ from one to another in degrees. Saba Oromoo fi Sirna Gadaa Gadaan tokko waggaa saddet qaba. Waggaa saddettan waliin GADAA TOKKOTTI YEROO ITTI AANGOON polotikaa warra Gadaa tokko harka jiraatuu dha. Kanaaf, Gadaan waggaa saddet saddetiin lakkaawama. Wal jijjiiraas. Waggaan saddettan Gadaa tokko maqaa mataa isaa qabaata. Gadaa tokkicha maqaa adda addaa qabaatu kun, Goggeessa Gadaa ykn Miseensa Gadaa jedhamee waamama. Kun hawaasa Oromoo keessaa, bakka gargaraatti maqaa adda addaa qabata.
0 Comments
Leave a Reply. |